Tag: Afaan-Oromo

Sooyoome Geetachootiin Yaada Abbaltii: Akkaawuntiin X tokko ‘’oddeffanoo Faanoof:…Har’a waaree booda xiyyaara waraanaa Su-27 samii Finfinnee irraa yeroo gara Goojjamitti

Akkaawuntii TikToki tokko viidiyoo xiyyaarri waraanaa L-100 jedhamu Bahirdar keesssati kufe kan jedhu qoode. Viidiyoon kun yeroon isa kan turee
Fuulli Feesbuukii tokko suuraa Kaariim Ahmad Khanin walqabsisee barreefama maxxanseen Khan, Abbaa Alangaa Mana Murtii Yakkaa Idila Addunyaa kan biyya
Muudama jedhame ilaalchise waanti qabatamaan yoo hin jirrele, suuraa Obbo Leencoo Baatii akkaawuntichi itti fayyadamee fi yaadaa barreeffamicha wal hin
Suuraan qabiyyee yaada tatee “gaaga’ama toora diriirsa elektirikiirra dhiheenya kana naannoo Amaaraatti qaqqabe” jedhu tumsuuf dhiyaate kan tibbanaa miti.
Suuraaleen lamaan Fulbaana 20, 2016 kaafaman haleellaa Wallaggaa Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa keessatti raawwatameen waan wal hin qabanneef, soba ta'uu

ABOUT MFC

MultiFactCheck

(MFC) is an independent fact-checking organization which is launched to pin-point, track-down, scrutinize, investigate, interrogate, publish and distribute the factual accuracy of claims made by public figures. MFC’s project has geographical priorities. Our work mainly focuses on nations in the Horn of Africa and their diaspora community who reside abroad. We operates from various regions of Africa, Europe and North America. Through a multitude of professional proficiency, MFC deploys best practices of journalism, scholarship and expertise in order to flag, investigate and publish a fact.