Activism Archives - MultiFactCheck https://multifactcheck.org/tag/activism/ Shed Light on the Truth. Wed, 11 Sep 2024 15:47:46 +0000 en-US hourly 1 https://wordpress.org/?v=6.7.1 https://multifactcheck.org/wp-content/uploads/2021/07/cropped-multifactcheck-1-150x150.jpeg Activism Archives - MultiFactCheck https://multifactcheck.org/tag/activism/ 32 32 Viidiyoon Qoodamee kun Namoota Duguuggaa Sanyii Raawwachuuf Qopha’aa Jiran hin Agarsisuu. https://multifactcheck.org/viidiyoon-qoodamee-kun-namoota-duguuggaa-sanyii-raawwachuuf-qophaaa-jiran-hin-agarsisuu/ Wed, 11 Sep 2024 15:47:44 +0000 https://multifactcheck.org/?p=8533 Fuulli feesbuukii tokko barreffama ‘’Aangoo qeerroo: Diinonni keenya qabeenya biyyaa balleessaa jiru. Duguuggaa sanyii raawwachuuf kan qophaa'aa jirudha. Waraanni Ittisaa, Humna Addaa Oromoo, Minishaa Oromoo, Poolisiin Oromoo, Gaachana sirnaa, Koore nageenyaa, Shannee fi kan kana fakkatan gama tokkoon jiru’’ jedhuu viidiyoo wajiin qoodera.
Ha ta'u malee, fuullii Feesbuuki kun viidiyoo qodee kanaf sagalee itti fayyadame yeroon isa kan darbee fi himana kan hin deggaree ta’uu isa fi akkasumas barreffama Afaan Amaariffan bareeffame kun viidiyoo qoodame kan hin deggaree dha.

The post Viidiyoon Qoodamee kun Namoota Duguuggaa Sanyii Raawwachuuf Qopha’aa Jiran hin Agarsisuu. appeared first on MultiFactCheck.

]]>
Soyyoome Geetachootiin

Yaada abbaltii: Fuulli feesbuukii tokko barreffama ‘’Aangoo qeerroo: Diinonni keenya qabeenya biyyaa balleessaa jiru. Duguuggaa sanyii raawwachuuf kan qophaa’aa jirudha. Waraanni Ittisaa, Humna Addaa Oromoo, Minishaa Oromoo, Poolisiin Oromoo, Gaachana sirnaa, Koore nageenyaa, Shannee fi kan kana fakkatan gama tokkoon jiru’’ jedhuu viidiyoo wajiin qoodera.

Murtoo: Soba.Fuullii Feesbuuki kun viidiyoo qodee kanaf sagalee itti fayyadame yeroon isa kan darbee fi himana kan hin deggaree ta’uu isa fi akkasumas barreffama Afaan Amaariffan bareeffame kun viidiyoo qoodame kan hin deggaree dha (suuraa armaan gadii ilaala).

Adoolessa 22, 2016 fuullii feesbuukin maqaan isa ‘’Mulugeta Anberber’’ jedhu hordoftoota kumaa 28 ol kan qabu barreeffama afaan Amaariffa waliin viidiyoo qoodera. Himannan qodamee kun akka kana jedha: ‘’Aangoo qeerroo: Diinonni keenya qabeenya biyyaa balleessaa jiru. Duguuggaa sanyii raawwachuuf kan qophaa’aa jirudha. Waraanni Ittisa, Humna Addaa Oromoo, Minishaa Oromoo, Poolisiin Oromoo, Gaachana sirnaa, Koore nageenyaa, Shannee fi kan kana fakkatan gama tokkoon jiru. Nuuti garuu …’’ Maxxansichi deebii jaalachuu (Like) kuma torba ol kan argatee yoo ta’uu yeroo 979 ol qoodamera (suuraa armaan gadii ilaala).

Haa ta’u malee viidiyoon fuulli feesbuukii itti fayyadame himannaa jedhame kana hin deggeru.

MFCn viidiyoo kun kanaan dura maxxanfamuu isaa mirkaneessuuf ‘’Reveye reverse image search’’ fayyadamera. Meeshaan kun viidiyoo kanan dura maxxanfamee yaada guutuu wajiin kan argatee yoo ta’uu, sagalee viidiyoo sanaf itti fayyadamame sirii ta’uu isa mirkanesuuf jechoota ijoo fayyadamun vidiyoo Obbo Jawar Mohammed isa yaada kenna jiran irra argamera.

Viidiyoo namoota hedduu Alabaa Itiyoophiyaa fi Alabaa naannoo Oromiyaa qabatan jiran kun kanan Ebla 6, 2016 maqaa fuulla feesbuuki ‘’Shaggar city communication’’ jedhu irratti suuralee qoodame argamera.

‘’Gaachanni Sirnaa, Gaachana biyyati! Kutaa magaalaa Burraayyuutti Eebbi Gaachana sirnaa gaggeeffame! Shaggar lafa nagaa, misoomaa fi Guddinaa. Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Burayyuutti  Leenjii Gahumsa Qaamaa fi Tooftaalee Diina Qolachuu Leenji’aa kan ture  bakka hooggansi Magaalaa  Shaggar,Kutaa Magaalaa  Burayyuu, fi Caasan sadarkaa sadarkaan argamanitti eebbifameera’’ jedha (suuraa armaan gadii ilaala).

Fuullii feesbuuki maqaa isa ‘’Shaggar City Communication’’ kun hordooftoota kuma 68 ol kan qabu dha.

Viidiyoo qoodamee kessaa sagalee dhaga’amaa jiruu kun sagalee Obbo Jawar Mohammed yoo ta’uu, Muddee 14, 2016 Akkawuntii TikTGokin tokko maqaan isa ‘’Mk51744’’  jedhamuu irratti viidiyoo Obbo Jawar yenna yaada keena jiran kan qoodameti. Akkawuntii Tiktokin kun hordooftoota kuma 89 ol qaba (suuraa armaan gadii ilaala).

Ragaa walitti qabame irratti hundaa’uun MFC viidiyoon maqaa fuulla feesbuuki “Mulugeta Anberber‘’ qodamee kun Soba ta’uu isa mirkaneefateera.

Magaalaan Shaggar kaabaan aanaa shawaa kaabaati, kibbaan aanaa shawaa kibba lixaati, bahaan aanaa shawaa bahaati fi lixaan aanaa shawaa lixaati waliin daangeffamti.

Magaloota xixiqoo Shaggar kan ta’an kessaa: Magaalaa xiqqaa Furii, Magaalaa xiqqaa Laga xafoo, Magaalaa xiqqaa Burrayyuu, Magaalaa xiqqaa Gafarsaa Gujee, Magaalaa xiqqaa Galaan Guddaa, Magaalaa xiqqaa Galaan,Magaalaa xiqqaa Koyyee Faccee, Magaalaa xiqqaa  Kura Jidda, Magaalaa xiqqaa Malka Noonnoo, Magaalaa xiqqaa Mana Abbichuu jedhamu.

Obbo Jawar Mohamed xiinxalaa fi aktivistii siyaasaa Itoophiyaati. Hundeessitoota Oromia Media Network (OMN) keessaa tokko kan ta’an Obbo Jawaar mormii Oromoo bara 2014–2017 irratti adda dureen qindeessaa turan.

Waldhabdeen hidhannoo waraana mootummaa fi garee milishaa Faanoo gidduutti naannoo Amaaraatti itti fufee jira. 

Mootummaan federaalaa Itiyoophiyaa naannoo Amaaraatti labsii yeroo muddamaa kan labse erga gareen milishaa hidhatee naannichaa hedduu to’atanii booda.

Hagayya 11, 2023, walitti bu’iinsi naannoo Amaaraatti deemaa tureen lubbuu namoota hedduu galaaffachuu gabaasaaleen fi maxxansaalee miidiyaa hawaasaa agarsiisaniruu.

Mootummaan haleela faallaa erga raawwateen booda magaalota gurguddoo hidhattoota Faanoo jalaa deebisee qabachuu danda’eera. Haa ta’u malee, naannichatti walitti bu’iinsi fi wal-dhabdeen hidhannoo itti fufe akka jiru gabaasaaleen ni mul’isu.

The post Viidiyoon Qoodamee kun Namoota Duguuggaa Sanyii Raawwachuuf Qopha’aa Jiran hin Agarsisuu. appeared first on MultiFactCheck.

]]>
የኢትዮጵያ አየር መንገድን ህግ በመጣስ የተከሰሰው “ጆን ዳንኤል” ከእስር ተለቋል? https://multifactcheck.org/%e1%8b%a8%e1%8a%a2%e1%89%b5%e1%8b%ae%e1%8c%b5%e1%8b%ab-%e1%8a%a0%e1%8b%a8%e1%88%ad-%e1%88%98%e1%8a%95%e1%8c%88%e1%8b%b5%e1%8a%95-%e1%88%85%e1%8c%8d-%e1%89%a0%e1%88%98%e1%8c%a3%e1%88%b5-%e1%8b%a8/ Wed, 11 Sep 2024 14:41:20 +0000 https://multifactcheck.org/?p=8529 የሲቪል አቬሽን ህግ በመጣስ እና በሽብር ወንጀል የተከሰሰው ዮሐንስ ዳንኤል (ጆን ዳንኤል) ከእስር መለቀቁን የሚገልጽ ቪዲዮ በፌስቡክ ተሰራጭቷል። ተጠርጣሪውን ጨምሮ በክስ መዝገቡ የተከሰሱ ስድስት ግለሰቦች በጊዜ ቀጠሮ ላይ ይገኛሉ።

The post የኢትዮጵያ አየር መንገድን ህግ በመጣስ የተከሰሰው “ጆን ዳንኤል” ከእስር ተለቋል? appeared first on MultiFactCheck.

]]>
በፋሲል አረጋይ

የተጠቀሰው መረጃ፦ የሲቪል አቬሽን ህግ በመጣስ እና በሽብር ወንጀል የተከሰሰው ዮሐንስ ዳንኤል (ጆን ዳንኤል) ከእስር መለቀቁን የሚገልጽ ቪዲዮ በፌስቡክ ተሰራጭቷል

ብያኔ:- ሐሰት – ተጠርጣሪውን ጨምሮ በክስ መዝገቡ የተከሰሱ ስድስት ግለሰቦች በጊዜ ቀጠሮ ላይ ይገኛሉ

ነሃሴ 16 ቀን 2016 ዓ/ም ከአዲስ አበባ ወደ መቀሌ ሊደረግ በነበረ በረራ ሁከት እና ብጥብጥ ፈጥረዋል እንዲሁም በሽብር ወንጀል ተሳትፎ አላቸው በሚል በማህበራዊ ሚዲያ የሚታወቀው ዮሐንስ ዳንኤልን (ጆን ዳንኤል) ጨምሮ 6 ግለሰቦች ክስ ተመስርቶባቸዋል።

በወቅቱም በነበረው ጭጋጋማ የአየር ሁኔታ ምክንያት አውሮፕላኑ መብረር እንደማይችል የአየር መንገዱ የበረራ ደህንነት ሰራተኞች በሚገልጹበት ጊዜ ተሳፋሪዎቹ ከአውሮፕላን “አንወርድም” በማለት ከሰራተኞቹ ጋር ውዝግብ ውስጥ ሲገቡ የሚያሳይ ተንቀሳቃሽ ምስሎች በማህበራዊ ሚዲያ ተሰራጭቷል።

ይሄንን ተከትሎም የአዲስ አበባ ፖሊስ ወንጀል ምርመራ ቡድን በእነዮሀንስ ዳንኤል ላይ በሽብርተኝነት እና የአቬሽን ሕግን መተላለፍ በሚል በፌደራል የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት ክስ መስርቶባቸዋል።

ነሃሴ 23 ቀን 2016 ዓ/ም 34ሺ ተከታዮች ያሉት “yuti nass” የሚል ስያሜ ያለው የፌስቡክ ገጽ  “በዋስ ተለቅቄያለሁ አድናቄዎቼ አመሰግናለሁ” ከሚል ጽሑፍ ጋር 23 ሴኮንድ ርዝመት ያለውን የዮሃንስ ዳንኤል ቪዲዮ ለጥፏል። ይሄ ጽሑፍ ለንባብ እስከበቃበት ቪዲዮው 1.5 ሚሊየን ዕይታ እና 34ሺ ግብረ መልስ አግኝቷል። በተጨማሪም 2600 አስተያየት ያገኘው ልጥፉ ለሌሎች የፌስቡክ ተጠቃሚዎች ተደራሽ እንዲሆን 331 ጊዜ ተጋርቷል።

በተጨማሪም መረጃው ከፌስቡክ በተጨማሪም በዩቲውብ እና ቲክቶክ ላይ መሰራጨቱን የጉግል ምስል ማሰሻ (Google Lens) ያሳያል።


በመረጃው ላይ እንደቀረበው ጆን ዳንኤል በሚል የማህበራዊ ሚዲያ ስም የሚታወቀው ዮሐንስ ዳንኤል በዋስ ተለቋል? የሚለውን MFC አጣርቷል። 

በዚህም ትክክለኛው ቪዲዮ የተለጠፈው ከአንድ አመት በፊት ነሃሴ 15 ፣ 2015 ዓ/ም 2.3 ሚሊየን ተከታይ ባለው የዮሐንስ ዳንኤል የቲክቶክ አካውንት መሆኑን MFC አረጋግጧል። የ 43 ሴኮንድ ርዝመት ያለው ቪዲዮ ዮሐንስ ዳንኤል በማህበራዊ ሚዲያ የሚያደርገውን የበጎ አድራጎት ስራ በተመለከተ የሚሰጠውን ማብራሪያ ያሳያል።

በኢትዮጵያ አየር መንገድ ውስጥ ከተከሰተው ጉዳይ በኋላ በማግስቱ ነሃሴ 16 ፣ 2016 ዓ/ም የአዲስ አበባ ፖሊስ እነ ዮሐንስ ዳንኤልን በፌደራል የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት በማቅረብ “የአየር መንገዱን የአየር መንገዱን ሥራ በማስተጓጎል ወንጀል” መጠርጠራቸውን በመግለጽ፣ የ14 ቀናት የምርመራ ጊዜ ጠይቆባቸው ነበር፡፡

እነ ዮሐንስ ዳንኤልም በጠበቆቻቸው በኩል የዋስትና ጥያቄ አቅርበዋል። የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤቱም የ20 ሺህ ብር ዋስትና በማስያዝ እንዲወጡ ቢፈቅድም የተጠረጠሩበት አየር መንገዱን በማወክ ብቻ ሳይሆን በሽብር ወንጀል እንደሆነ በመግለጽ ከእስር ሳይለቀቁ ጉዳዩን የፌደራል ፖሊስ እንዲይዝ ተደርጎ በፌደራል ከፍተኛ ፍ/ቤት እንዲቀርቡ ተደርጎ ክርክር ተደርጓል።

ነሃሴ 21 ቀን 2016 ዓ/ም በፌደራል ከፍተኛ ፍርድ ቤት የቀረቡት ተጠርጣሪዎቹ የመጀመሪያ ደረጃ ፍ/ቤት የፈቀደው  የዋስትና መብት እንዲጸናላቸው ጠይቀዋል። ፍርድ ቤቱ የዋስትና ፈቃዱ የተሰጠው ‹‹ሁከትና ብጥብጥ›› በሚል ለቀረበለት ክርክር እንጂ፣ በሽብርተኝነት ስለመጠርጠራቸው ስለማያስረዳ በሚል ለፌደራል ፖሊስ መርማሪ ቡድን የምርመራ ጊዜ በመፍቀድ ለ ጳጉሜ 4 ፣ 2016 ዓ/ም ቀጠሮ ሰጥቷል።

በመሆኑም በማህበራዊ ሚዲያ የተላለፈው ቪዲዮ የቆየ ሲሆን በቪዲዮው ላይ ዮሐንስ ዳንኤል (ጆን ዳንኤል) ከቀረበበት የሽብር እና የአቬሽን ህግ ጥሰት ክስ ጋር በተገናኘ በዋስ እንደተለቀቀ ተደርጎ የቀረበው መረጃ ሐሰት መሆኑን MFC አረጋግጧል።

The post የኢትዮጵያ አየር መንገድን ህግ በመጣስ የተከሰሰው “ጆን ዳንኤል” ከእስር ተለቋል? appeared first on MultiFactCheck.

]]>