The post Viidiyoon Qoodamee Misooma Koridaraa Finfineen Wal Qabate Boolla Qotamee Keessa Konkolaataan Yeroo Kufu hin Agarsisuu appeared first on MultiFactCheck.
]]>Yaada abbaltii: Akkawuntiin TikTooki tokko viidiyoo “misooma koridaraa finfinetti” jedhu qoode.
Murtoo: Soba. Viidiyoon akkawuntii TikTookii kun qoode taatee Itiyoophiya keessa kan hin tanee fi taatee biyya Biraazilii keessatti ta’ee dha.
Hagayya 19, 2016, akkawuntiin TikTooki maqaan isa “feyselns” jedhu, hordoftoota 180 ol kan qabu yoo ta’u, viidiyoo barreffama afaan Amaariffattin akkana jechun qoode: “misooma koridaraa Finfinneeti.”
Maxxansi akkawunti TikTooki “feyselns” jedhamun qoodame kun deebii jaalachuu (Like) 1722 ol kan argatee yoo ta’uu yeroo 2,945 ol immoo qoodamera.
Haa ta’u malee viidiyoon akkawuntichi itti fayyadame himannaa jedhame kana hin deggeru.
MFCn viidiyoo kun kanaan dura maxxanfamuu isaa mirkaneessuuf ‘’Reveye reverse image search’’ fayyadamera. Meeshaan kun viidiyoo kanan dura maxxanfamee argatera.
Viidiyoo kun barrefama sanduqa cuqulisa keessati barreffame kan qabu yoo ta’u, innis afaan Poortugaal ta’uu isa baramera (suuraa armaan gadii ilaala).
Barreffamni sanduqaa halluu cuqulisa kessaati afaan poortugaaliin barreffamee gara Afaan Oromooti yeroo hikkaamuu “konkolaataan Saantaa Roosaa gamoo tokko keessa yeroo bahuu kufe” jedha.
Viidiyoon konkolaata kufaa jiruu kun Misooma Koridara Finfinnee waliin kan wal-qabatu osoo hin tanne biyya Braazil magaaala Saantaa Roosaa keessati konkolaatan gamoo tokko keessaa bahee boolaa qotameeti yeroo kufu kan agarsisuu dha.
Hagayya 19, 2016 akkawuntiin Tiktooki biyaa Braazil tokko, kan maqaan isa “Sbtrs” jedhamuufi hordoftoota 6,194 ol qabu, viidiyoo barreefama afaan Poortugaalin barreefame qoodera. Barreefamichis konkolaataan osoo gamoo magaala Santa Rosa keessaati argamu osso bahu boola keessati kufu isaati. Sbtrs media dhunfaa braazili keessa argamuu dha.
Ragaa walitti qabame irratti hundaa’uun MFC viidiyoon maqaa akkawuntii TikTooki ‘’feyselns’’ qodamee kun Soba ta’uu isa mirkanessera.
Pirojektin Koridorii kuni bu’uuraalee daandii magaalattii babal’isuun dhaabbilee ijoo magaalaa guddoo keessatti argaman waliin walitti hidhamiinsa isaa mirkaneessuuf kan jalqabame ta’uu isa ibsameera. Pirojektin Misooma Koridoorii itti dabalatanis qaama tarkaanfiwan haaromsaa Finfinnee magaalaa jireenyaaf mijatu, bareedduufi ammayyaa taasisuuf kaayyeffate kan ka’ee dha.
Pirojektichi daandii biskileettii, daandii bal’aa miilaan deemuf mijatu, paarkiiwwan, lafa taa’ani itti boqotan, daandii fooyya’aa fi daandii lafa jalaa naannoo murteessaa ta’etti ijaaruuf kan xiyyeefatedha.
Pirojektiin Misooma Koridoorii kun sirna bishaan boollaa yeroon isaa darbe fooyyessuu, qulqullina jireenyaa magaalaa guddittii fooyyessuu fi tajaajila faayidaa akka elektrikaa fi interneetii fooyyesisuuf kan akeeke ta’uu isa gabasalee ni agarsisuu.
The post Viidiyoon Qoodamee Misooma Koridaraa Finfineen Wal Qabate Boolla Qotamee Keessa Konkolaataan Yeroo Kufu hin Agarsisuu appeared first on MultiFactCheck.
]]>The post Viidiyoon Qoodamee kun Namoota Duguuggaa Sanyii Raawwachuuf Qopha’aa Jiran hin Agarsisuu. appeared first on MultiFactCheck.
]]>Yaada abbaltii: Fuulli feesbuukii tokko barreffama ‘’Aangoo qeerroo: Diinonni keenya qabeenya biyyaa balleessaa jiru. Duguuggaa sanyii raawwachuuf kan qophaa’aa jirudha. Waraanni Ittisaa, Humna Addaa Oromoo, Minishaa Oromoo, Poolisiin Oromoo, Gaachana sirnaa, Koore nageenyaa, Shannee fi kan kana fakkatan gama tokkoon jiru’’ jedhuu viidiyoo wajiin qoodera.
Murtoo: Soba.Fuullii Feesbuuki kun viidiyoo qodee kanaf sagalee itti fayyadame yeroon isa kan darbee fi himana kan hin deggaree ta’uu isa fi akkasumas barreffama Afaan Amaariffan bareeffame kun viidiyoo qoodame kan hin deggaree dha (suuraa armaan gadii ilaala).
Adoolessa 22, 2016 fuullii feesbuukin maqaan isa ‘’Mulugeta Anberber’’ jedhu hordoftoota kumaa 28 ol kan qabu barreeffama afaan Amaariffa waliin viidiyoo qoodera. Himannan qodamee kun akka kana jedha: ‘’Aangoo qeerroo: Diinonni keenya qabeenya biyyaa balleessaa jiru. Duguuggaa sanyii raawwachuuf kan qophaa’aa jirudha. Waraanni Ittisa, Humna Addaa Oromoo, Minishaa Oromoo, Poolisiin Oromoo, Gaachana sirnaa, Koore nageenyaa, Shannee fi kan kana fakkatan gama tokkoon jiru. Nuuti garuu …’’ Maxxansichi deebii jaalachuu (Like) kuma torba ol kan argatee yoo ta’uu yeroo 979 ol qoodamera (suuraa armaan gadii ilaala).
Haa ta’u malee viidiyoon fuulli feesbuukii itti fayyadame himannaa jedhame kana hin deggeru.
MFCn viidiyoo kun kanaan dura maxxanfamuu isaa mirkaneessuuf ‘’Reveye reverse image search’’ fayyadamera. Meeshaan kun viidiyoo kanan dura maxxanfamee yaada guutuu wajiin kan argatee yoo ta’uu, sagalee viidiyoo sanaf itti fayyadamame sirii ta’uu isa mirkanesuuf jechoota ijoo fayyadamun vidiyoo Obbo Jawar Mohammed isa yaada kenna jiran irra argamera.
Viidiyoo namoota hedduu Alabaa Itiyoophiyaa fi Alabaa naannoo Oromiyaa qabatan jiran kun kanan Ebla 6, 2016 maqaa fuulla feesbuuki ‘’Shaggar city communication’’ jedhu irratti suuralee qoodame argamera.
‘’Gaachanni Sirnaa, Gaachana biyyati! Kutaa magaalaa Burraayyuutti Eebbi Gaachana sirnaa gaggeeffame! Shaggar lafa nagaa, misoomaa fi Guddinaa. Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Burayyuutti Leenjii Gahumsa Qaamaa fi Tooftaalee Diina Qolachuu Leenji’aa kan ture bakka hooggansi Magaalaa Shaggar,Kutaa Magaalaa Burayyuu, fi Caasan sadarkaa sadarkaan argamanitti eebbifameera’’ jedha (suuraa armaan gadii ilaala).
Fuullii feesbuuki maqaa isa ‘’Shaggar City Communication’’ kun hordooftoota kuma 68 ol kan qabu dha.
Viidiyoo qoodamee kessaa sagalee dhaga’amaa jiruu kun sagalee Obbo Jawar Mohammed yoo ta’uu, Muddee 14, 2016 Akkawuntii TikTGokin tokko maqaan isa ‘’Mk51744’’ jedhamuu irratti viidiyoo Obbo Jawar yenna yaada keena jiran kan qoodameti. Akkawuntii Tiktokin kun hordooftoota kuma 89 ol qaba (suuraa armaan gadii ilaala).
Ragaa walitti qabame irratti hundaa’uun MFC viidiyoon maqaa fuulla feesbuuki “Mulugeta Anberber‘’ qodamee kun Soba ta’uu isa mirkaneefateera.
Magaalaan Shaggar kaabaan aanaa shawaa kaabaati, kibbaan aanaa shawaa kibba lixaati, bahaan aanaa shawaa bahaati fi lixaan aanaa shawaa lixaati waliin daangeffamti.
Magaloota xixiqoo Shaggar kan ta’an kessaa: Magaalaa xiqqaa Furii, Magaalaa xiqqaa Laga xafoo, Magaalaa xiqqaa Burrayyuu, Magaalaa xiqqaa Gafarsaa Gujee, Magaalaa xiqqaa Galaan Guddaa, Magaalaa xiqqaa Galaan,Magaalaa xiqqaa Koyyee Faccee, Magaalaa xiqqaa Kura Jidda, Magaalaa xiqqaa Malka Noonnoo, Magaalaa xiqqaa Mana Abbichuu jedhamu.
Obbo Jawar Mohamed xiinxalaa fi aktivistii siyaasaa Itoophiyaati. Hundeessitoota Oromia Media Network (OMN) keessaa tokko kan ta’an Obbo Jawaar mormii Oromoo bara 2014–2017 irratti adda dureen qindeessaa turan.
Waldhabdeen hidhannoo waraana mootummaa fi garee milishaa Faanoo gidduutti naannoo Amaaraatti itti fufee jira.
Mootummaan federaalaa Itiyoophiyaa naannoo Amaaraatti labsii yeroo muddamaa kan labse erga gareen milishaa hidhatee naannichaa hedduu to’atanii booda.
Hagayya 11, 2023, walitti bu’iinsi naannoo Amaaraatti deemaa tureen lubbuu namoota hedduu galaaffachuu gabaasaaleen fi maxxansaalee miidiyaa hawaasaa agarsiisaniruu.
Mootummaan haleela faallaa erga raawwateen booda magaalota gurguddoo hidhattoota Faanoo jalaa deebisee qabachuu danda’eera. Haa ta’u malee, naannichatti walitti bu’iinsi fi wal-dhabdeen hidhannoo itti fufe akka jiru gabaasaaleen ni mul’isu.
The post Viidiyoon Qoodamee kun Namoota Duguuggaa Sanyii Raawwachuuf Qopha’aa Jiran hin Agarsisuu. appeared first on MultiFactCheck.
]]>The post እያንዳንዷን ችግኝ ያረፈበትን ቦታ የሚያሳይ ቴክኖሎጂ ተግባራዊ ተደርጓል? appeared first on MultiFactCheck.
]]>የተጠቀሰው መረጃ፡ ኢቢሲ በይፋዊ የፌስቡክ ገጹ በ2016 የችግኝ መርሃ ግብር እያንዳንዷ ችግኝ ያረፈችበትን ቦታ መለየት የሚያስችል ቴክኖሎጂ ተግባራዊ መደረጉን ዘግቧል
ብያኔ፡ የቀረበው ዜና አሳሳች ሲሆን ችግኝ የተተከለባቸውን አጠቃላይ ስፍራዎችን መለየት የሚያስችል በካርታ የማካለል ስራ ብቻ ነው የተደረገው
የኢትዮጵያ ብሮድካስቲንግ ኮርፖሬሽን (ኢቢሲ) ነሃሴ 17 ቀን 2016 በይፋዊ የፌስቡክ ገጹ በኩል “እያንዳንዷ ችግኝ ያረፈችበትን ቦታ መለየት የሚያስችል ቴክኖሎጂ ተግባራዊ መደረጉ ተገለጸ” የሚል ዜና አጋርቷል።
መረጃው ይህ ጽሑፍ ለንባብ እስከበቃበት ጊዜ ድረስ 3300 (ሶስት ሺህ ሶስት መቶ) ግብረ መልስ ሲያገኝ 808 (ስምንት መቶ ስምንት) አስተያየት ተሰጥቶበታል። እንዲሁም ለሌሎች የማህበራዊ ሚዲያ ተጠቃሚዎች ተደራሽ እንዲሆን 124 (አንድ መቶ ሃያ አራት) ጊዜ ተጋርቷል።
MFC ባካሄደው ዳሰሳ ከ10 በላይ የዜና ማሰራጫ የፌስቡክ ገጾች ሙሉ ዜናውን በመውሰድ ለተከታዮቻቸው ተደራሽ እንዲሆን ለጥፈዋል። የተለያዩ የማህበራዊ ሚዲያ ተጠቃሚዎችም በዜናው ልጥፍ አስተያየት መስጫ ስር መረጃው እንዲጣራ ጠይቀዋል።
በመሆኑም MFC በዚህ አመት በተከናወነው የ”አረንጓዴ አሻራ” ችግኝ የመትከል መርሃ ግብር እያንዳንዷ ችግኝ ያረፈችበትን ቦታ መለየት የሚያስችል ቴክኖሎጂ ተግባራዊ ተደርጓል? የሚለውን ጥያቄ በመያዝ የማጣራት ስራ አድርጓል።
ማንነታቸው እንዲገለጽ ያልፈለጉ በኢትዮጵያ ስፔስ ሳይንስ እና ጂኦ ስፓሻል ኢንስቲትዩት ከፍተኛ ኃላፊ ጉዳዩን በተመለከተ ዝርዝር ሙያዊ ማብራሪያ ለMFC ሰጥተዋል።
“የዜናው ርዕስ የቀረበበት መንገድ ስህተት ነው” ያሉት ኃላፊው “በዜናው መጨረሻ ላይ 8454 (ስምንት ሺህ አራት መቶ ሃምሳ አራት) ቦታዎች በካርታ መለየቱን ይገልጻል ፥ ይህም ማለት ለምሳሌ መስቀል አደባባይ አካባቢ የተተከለ ሳይት ካለ ሙሉ ሳይቱ Map ተደርጓል ማለት ነው” ብለዋል።
“ቴክኒካል በሆነ መንገድ የእያንዳንዱን ችግኝ ሎንግቲውድ እና ላቲቲውድ መዝግቦ Map ማድረግ የሚቻል ቢሆንም እንደዛ አልተደረገም ከፍተኛ ወጪም ይጠይቃል” ሲሉ ምላሽ ሰጥተዋል።
“በዜናው ላይ ለማለት የተፈለገው የተተከለበት ቦታ ከዚህ በፊት እንደነበረው እዚህ ቦታ ተተክሏል ብቻ ሳይሆን ጆኦ ሪፈራል ተደርጓል ማለትም የት የት እንደተተከሉ ካርታ ላይ ማወቅ ይቻላል’ በማለት ማብራሪያ ሰጥተዋል።
የኢትዮጵያ መንግስት በይፋ አረንጓዴ አሻራ በሚል ንቅናቄ የችግኝ ተከላ የጀመረው በ 2011 ዓ/ም ሲሆን የ 2016 ዓ/ምን ሳይጨምር በድምሩ 22 ቢሊየን 500 ሚሊየን ችግኝ እንደተተከለ ይገልጻል። መንግስት በአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብሩ በ 2011 ከተተከሉ ችግኞች ከ83 በመቶ በላይ እንዲሁም በ2012 ከተተከሉት 79 በመቶ የሚሆኑት መጽደቃቸውን ቢገልጽም ገለልተኛ ዓለም አቀፍ የአካባቢ ጥበቃ ጥናት ተቋማት አይስማሙ።
ተቀማጭነቱን በእንግሊዝ ሀገር ለንደን ያደረገው International Institute for Environment and Development (IIED) ባልደረባ የሆኑት ጄምስ ሜይርስ “በመንግስት የቀረቡት አሃዞች አስተማማኝ አይደሉም ፥ ችግኞች ከተተከሉ በኋላ ስላለው ሁኔታ መከታተል የሚያስችል ዘዴ መዘጋጀት አለበት” ብለዋል (ተጨማሪ ዝርዝር መረጃዎች ከBBC አማርኛ እዚህ ይመልከቱ)።
The post እያንዳንዷን ችግኝ ያረፈበትን ቦታ የሚያሳይ ቴክኖሎጂ ተግባራዊ ተደርጓል? appeared first on MultiFactCheck.
]]>The post Suuraan Xiyyaarri Waraanaa Gara Goojjamiti Qajeelaa Jira Jedhu Soba appeared first on MultiFactCheck.
]]>Yaada Abbaltii: Akkaawuntiin X tokko ‘’oddeffanoo Faanoof:…Har’a waaree booda xiyyaara waraanaa Su-27 samii Finfinnee irraa yeroo gara Goojjamitti balali’edha. Xiyyaarri kun akka shaakala godhuf ajajame. Waraanaf ta’u isaati. Faanoon of eeggannoo gochuu qaba.’’
Murtoo: Soba. Suuraan kun yeroon isa kan turee fi waldhabdee amma naannoo Amaaraa keessa jiruun kan wal hin qabanne dha.
Adoolessa 17, 2016 akkaawuntiin X maqaan ishe ‘’Elizabeth Altaye’’ jedhu hordoftoota kumaa 18 ol kan qabdu barreeffama afaan Amaariffa suuraa walin qoodeti. Himannan qodamee kun akka kana jedha: ‘’Oddeffanoo Faanoof:…Har’a waaree booda xiyyaara waraanaa Su-27 samii Finfinnee irra yeroo gara Goojjaamiti balali’edha. Xiyyaarri kun akka shaakala godhu ajajame. Waraanaf ta’u isaati. Faanoon of eeggannoo gochuu qaba.’’ Maxxansichi dawwatoota 1,646 kan argate yoo ta’u yeroo 25 ol qoodamera (suuraa armaan gadii ilaala).
Haa ta’u malee, MFCn suuraan kun kanaan dura maxxanfamuu isaa mirkaneessuuf ‘’Reveye reverse image search’’ fayyadamera. Meeshaan kun suuraa duraan maxxanfamee sakata’uun deebii argatera.
Kun erga mirkanaa’ee booda qabiyyeen ibsame AeroTime fi 9GAG dabalatee marsariitiiwwan oduu biroo irratti maxxanfamu isa addan baafateera.
Guraandhala 13, 2014 maxxansa marsariitii oduu AeroTime irratti suurraa wal fakkata kan qodamee yoo ta’uu barreffamni isaas akkana jedha:‘’Xiyyaarri waraanaa Yukireen Su-27 Rumaaniyaa keessatti kan to’atamedha. Xiyyaari Su-27 kun kan Humna Qilleensaa Yukireeniti. Xiyyaarri loltuu kun gara buufata qilleensaa RoAF 95ffaa magaalaa Bakaw kaaba baha Roomaaniyaatti geessuun achitti buute’’ (Suuraa armaan gadii ilaala).
Marsariitii AeroTime giddugala dijitaalaa fi ogummaa aviyeeshinii addunyaa kan chaanaalii hedduu qabuu fi oduu, taateewwanii fi tajaajila gorsaa addunyaa aviyeeshiniif kennuudha. AeroTime wiirtuu sochii teessoo isaa Vilnius, Lithuania dha.
Xiyyaarri waraanaa kun marsariitiiwwan oduu hedduu irratti mul’ateera. Akkaawuntii 9GAG ‘’Mrdodobird’’ jedhamu xiyyaara waraanaa walfakkaatu maxxanseera. Barreeffamni kun akka jedhutti xiyyaara SU-27 “Blue 23” guyyoota muraasa dura kan Rumaaniyaati buute turte gara Yukireenitti deebite. Meeshaa waraanas hiikkate (akka seera idila-addunyaati), RoAF Mig-21 LanceR’n eegame gara daangaa bakka loltoota Yukireen kan biroo jiraniti gegeefamteeti. Xiyyaarri kunis nagaan bu’eera, gara lolaattis deebi’uufis qophiidha (suuraa armaan gadii ilaala).
Marsariitii 9GAG bara 2000 barataa Yunivarsiitii Hoong Koong Reey Chaan dabalatee garee lammiilee Hoong Koong waliin kan hundeeffamedha. Waltajjiin kunis toora interneetii filannoo iimeelii fayyadamtoonni salphaatti suuraa ykn viidiyoo qoosaaf irratti qooddatanidha.
Maxxansa suuraa xiyyaara waraana qaama ishe irratti koodii 23 qabu maxxansa “Elizabeth Altaye” wajjin tokko dha (suuraa armaan gadii ilaala).
.
MFCn barreeffama kana sakkata’ee suuraan kun himannaa kana akka hin deeggarre mirkaneessera. Kanaaf barreeffamni kun Soba ta’un isaa madaalameera.
Waldhabdeen hidhannoo humnoota mootummaa fi gareewwan milishaa Faanoo gidduu jiru naannoo Amaaraa keessatti akka itti fufeti jira. Mootummaan humnoonni waraanaa naanoo Amaara keessa turaan gartokkee akka hidhannoo hiikkatanii fi dhaabbilee nageenyaa biroo kan akka poolisii federaalaa, ykn humna poolisii naannootti akka makaman ajajuu hordofeeeti dubbin kan ka’e. Mootummaan federaalaa Itiyoophiyaas erga gareen kun hidhatee naannichaa hedduu to’ate booda naannoo Amaaraatti labsii yeroo muddamaa labse jira.
Hagayya 5, 2015 walitti bu’iinsi naannoo Amaaraa keessatti deemaa jiru kanan lubbuu namoota hedduu galaafamu isa gabaasaalee fi maxxansaalee miidiyaa hawaasaa ni mul’isu.
Mootummaan haleellaa Faanoo irrati erga fudhate booda magaalota gurguddoo hidhattoota kana jalaa deebifachu isaas gabaafameera.
Ji’a Muddee keessa hogganaan raayyaa ittisa biyyaa Obbo Birhaanuu Juulaa waa’ee itti fayyadama diroonii yeroo dubbataniti namoota nagaa irratti akka hin xiyyeefane dubbachuun isaani ni yaadatama. “Dirooniin waraanaaf fi lolaaf kan ijaaramedha. Miidiyaa irratti diroonii akka qabnu beeksisuuf osoo hin taane waliin loluuf bitanne,” jechuun Dhaabbata Biroodkaastii Itoophiyaaf [EBC] dubataniru.
The post Suuraan Xiyyaarri Waraanaa Gara Goojjamiti Qajeelaa Jira Jedhu Soba appeared first on MultiFactCheck.
]]>The post በጋዜጠኛ መሳይ የተሰራጨው ምስል የአማራ አርሶ አደሮችን ያሳያል? appeared first on MultiFactCheck.
]]>የተጠቀሰው መረጃ፡ ጋዜጠኛ መሳይ መኮንን “የአማራ ህዝብ ተነስቷል። የአማራ አርሶ አደር ሆ ብሎ ወጥቷል” የሚል መረጃ ከአንድ ምስል ጋር ከ224ሺ በላይ ተከታዮች ባለው የፌስቡክ ገጽ ላይ አጋርቷል።
ብያኔ፡ ምስሉ የቆየ ሲሆን አሁናዊ በሆነው የአማራ ክልል የትጥቅ ግጭት ላይ ለመሳተፍ የወጣ አርሶ አደርን የሚያሳይ አይደለም።
የቀድሞው ኢሳት ቴሌቭዥን ጣብያ ጋዜጠኛ እና በአሁን ሰዓት Anchor Media የተባለ የዩቲውብ ሚዲያ አዘጋጅ መሳይ መኮንን ከ224ሺ በላይ ተከታዮች ባለው የፌስቡክ ገጹ በኩል ነሐሴ 3 ቀን 2016 ዓ/ም “ይናገራል ፎቶ” የሚል ጽሑፍ ከአንድ ምስል ጋር አጋርቷል።
ጋዜጠኛው በዚሁ ልጥፍ ላይ “ጃውሳ እያልክ አትጃጃል። ፎጤ ብለህም አትለፋደድ። የአማራ ህዝብ ተነስቷል። የአማራ አርሶ አደር ሆ ብሎ ወጥቷል” በማለት ይገልጻል።
መረጃው ይህ ጽሑፍ ለንባብ እስከበቃበት ድረስ ከሁለት ሺ ስድስት መቶ በላይ ግብረ መልስ አግኝቷል። 89 ጊዜም ለሌሎች የፌስቡክ ተጠቃሚዎች ተደራሽ እንዲሆን ተጋርቷል።
በአማራ ክልል በፌደራል መንግስት የፀጥታ ኃይሎች እና የጦር መሳሪያ ታጥቀው በሚንቀሳቀሱ የፋኖ ታጣቂዎች መካከል ለአንድ አመት የዘለቀ ግጭት እንዳለ ይታወቃል (እዚህ ያንብቡ)።
ከጋዜጠኛ መሳይ መኮንን የፌስቡክ ልጥፍ ጋር ተያይዞ የቀረበው ምስል አሁን ላይ “የአማራ አርሶ አደር ሆ ብሎ…” መውጣቱን ያሳያል? በሚለው አውድ ዙሪያ MFC የማጣራት ስራ ሰርቷል። በዚህም ከጋዜጠኛው ሃሳብ ጋር ተያይዞ የቀረበው ምስል በአማራ ክልል እየተካሄደ ያለውን በጦር መሳሪያ የታገዘ ግጭት የማያሳይ አሳሳች ምስል መሆኑ ተረጋግጧል።
ምስሉ ለመጀመሪያ ጊዜ በማህበራዊ ሚዲያ ጥቅም ላይ የዋለው ከ7 አመታት በፊት የካቲት 30, 2009 ዓ/ም (March 9, 2017) “ወጀራት.com” በተባለ የፌስቡክ ገጽ ላይ ነው። በተጨማሪም የፌስቡክ ገጹ በድጋሚ ምስሉን በመጋቢት 3, 2009 ዓ/ም (March 12, 2017) “የወጀራት ሽማግሌዎች ጀግኖች ፣ እምቢ ባዮች እና ልባሞች” የሚል ይዘት ካለው ግጥም ጋር አጋርቶታል (ይሄንን እና ይሄንን ይመልከቱ)።
በተጨማሪም የጉግል ምስል ማሰሻ (Google Lens) ምስሉ በተለያየ ጊዜ በማህበራዊ ሚዲያ ለተሰራጩ መረጃዎች አባሪ ሆኖ ጥቅም ላይ እንደዋለ ያሳያል።
በመሆኑም “የአማራ ህዝብ ተነስቷል ፥ የአማራ አርሶ አደር ሆ ብሎ ወጥቷል” በሚል በጋዜጠኛ መሳይ መኮንን የተጋራው ምስል የቆየ እና በአሁኑ ሰዓት በአማራ ክልል በፌደራል የጸጥታ ኃይሎች እና በክልሉ በሚገኙ ታጣቂዎች መካከል በሚካሄደው ውጊያ ተሳታፊ ለመሆን የወጣ ህዝብን የሚያሳይ አይደለም።
የማህበራዊ ሚዲያ ተጠቃሚዎች በተለይም ደግሞ ጋዜጠኞች በማህበራዊ ትስስር ገጾቻቸው ላይ የሚያጋሯቸውን የጽሁፍ ፣ ምስል እንዲሁም ቪዲዮ መረጃዎች ከማሰራጨታቸው በፊት አስፈላጊውን የማጣራት ስራ እንዲያከናውኑ እና የሀሰተኛ መረጃ ስርጭትን ለመቀነስ የበኩላቸውን እንዲወጡ MFC ያሳስባል።
ባለፈው ዓመት ሚያዚያ ወር የክልል ልዩ ኃይል አደረጃጀት እንዲፈርስ እና በመደበኛ የጸጥታ መዋቅር ውስጥ ተካቶ እንዲደራጅ የፌደራል መንግስት ውሳኔ ማስተላለፉን ተከትሎ ነበር በአማራ ክልል ጦርነት የተቀሰቀሰው።
ከሀምሌ 2015 ጀምሮ የታወጀው እና በክልሉ እንዲሁም እንደ አስፈላጊነቱ በመላው ሀገሪቱ ተፈጸሚ እንዲሆን ለ10 ወራት ተግባራዊ የተደረገው የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ ባሳለፍነው ግንቦት ወር የተፈጻሚነት ጊዜው አብቅቷል።
የኢትዮጵያ ሰብዓዊ መብቶች ኮሚሽን ከሰኔ 2015 እስከ ሰኔ 2016 የሀገሪቱን ሰብዓዊ መብቶችን በተመለከተ ባወጣው ዓመታዊ ሪፖርት በአማራ ክልል በመንግሥት የጸጥታ ኃይሎች እና በተለምዶ “ፋኖ” ተብሎ በሚታወቁ የታጠቁ ኃይሎች መካከል የሚካሄደው የትጥቅ ግጭት በክልሉ ሁሉም ዞኖች መስፋፋቱን ይገልጻል። ይሄው በትጥቅ የታገዘ ግጭትም በሲቪል ሰዎች ላይ ከፍተኛ ጉዳት ማድረሱን ጠቁሟል (ሙሉ ሪፖርቱን ይመልከቱ)።
The post በጋዜጠኛ መሳይ የተሰራጨው ምስል የአማራ አርሶ አደሮችን ያሳያል? appeared first on MultiFactCheck.
]]>The post Al Ain Misrepresents Henley Passport Index Data appeared first on MultiFactCheck.
]]>Claim: Al Ain Amharic reports Ethiopia ranked 93rd globally in passport power, citing Henley Passport Index data, with France, Italy, Germany, Singapore, Japan and Spain leading the list
Verdict: False. Henley Passport Index for 2024 ranks Singapore first with France, Germany, Italy, Japan and Spain tied for second place. Ethiopia is ranked 94th not 93rd.
On July 7, 2024, Al Ain Amharic, a digital media outlet owned by a UAE company and based in Addis Ababa shared information on its Facebook page claiming that France, Italy, Germany, Singapore, Japan, and Spain all share the first place in the Henley Passport Index rank.
The post also stated that Ethiopia is ranked 93rd globally. This post was shared on Al Ain Amharic Facebook page which has over 730,000 followers and received 621 reactions, 34 comments and 24 shares by the time this article was published. (read more here)
Henley Passport Index is a globally recognized ranking that measures a country’s passport power based on visa free travel access. It utilizes data from the IATA (International Air Transport Association) to compare 199 passports to 227 destinations.
The claim that France, Italy, Germany, Singapore, Japan and Spain all place the first position in the Henley Passport Index rankings is false.
MFC examined the original source of Henley Passport Index and found that the 2024 global ranking places Singapore at the top with a visa free score of 195. France, Germany, Italy, Japan and Spain are not in the first position but instead ranked second with a visa free score of 194. Therefore, the claim that these countries are tied for the first place is incorrect.
Al Ain Amharic also reported that Ethiopia is ranked 93rd globally in the Henley Passport Index. However, according to the Henley Passport Index’s 2024 global rankings, Ethiopia actually shares the 94th rank with the Democratic Republic of Congo.
MFC’s examination of the Henley Passport Index’s original data reveals that Al Ain Amharic’s report contains false information. The accurate rankings for 2024 place Singapore in the first position followed by France, Germany, Italy, Japan and Spain in the second place. Additionally, Ethiopia is ranked 94th globally not 93rd as reported by Al Ain Amharic.
It is crucial for media outlets to ensure the accuracy of their information to maintain public trust and avoid the spread of misinformation.
Readers are encouraged to verify information from credible sources before sharing and to report any misinformation to [email protected]
Context
In Ethiopia, obtaining a passport is challenging and frustrating. Long wait times due to application backlogs and corruption have created a system that felt inefficient and unfair (read here).
According torecent statement of Selamawit Dawit, Director of the Immigration and Citizenship Service, people currently face a maximum wait time of two months to obtain a passport, unless they opt for urgent service (watch here).
The post Al Ain Misrepresents Henley Passport Index Data appeared first on MultiFactCheck.
]]>The post በቲክቶክ የተሰራጨው ቪዲዮ በጎፋ የደረሰውን አደጋ ያሳያል? appeared first on MultiFactCheck.
]]>የተጠቀሰው መረጃ፡ በጎፋ በደረሰው የመሬት መንሸራተት አደጋ የሟቾች ቁጥር 300 ደርሷል ከሚል መረጃ ጋር አንድ ቪዲዮ በቲክቶክ ተሰራጭቷል
ብያኔ፡ መረጃው በተሰራጨበት ወቅት የሟቾች ቁጥር 300 መድረሱ አልተረጋገጠም ከመረጃው ጋርም የተያያዘው ቪዲዮ እ.አ.አ በ 2022 በህንድ ግዛት የተከሰተ የመሬት መንሸራተት የሚያሳይ ነው።
ሐምሌ 18 ቀን 2016 ዓ/ም ከ99ሺ በላይ ተከታዮች ያሉት የቲክቶክ አካውንት “በጎፋ ዞን መሬት መንሸራተት የሞቱት 300 ሰው ደረሰ” ከሚል ጽሑፍ ጋር የመሬት መንሸራተት ሲከሰት የሚያሳይ ቪዲዮ አጋርቷል።
ይህ ጽሑፍ እስከተዘጋጀበት ጊዜ ድረስ ቪዲዮው ከ 2 ሚሊየን 500ሺ በላይ ሰው የተመለከተው ሲሆን ከ186ሺ በላይ ግብረ መልስ እና 4664 አስተያየት ሲያገኝ ከ118ሺ ጊዜ በላይ ተጋርቷል።
ሆኖም ምንም እንኳን በደቡብ ኢትዮጵያ ክልል ጎፋ ዞን የመሬት መንሸራተት አደጋ የተከሰተ ቢሆንም ይህ ጽሁፍ ለንባብ እስከበቃበት ጊዜ ድረስ በአደጋው ህይወታቸው ያለፈው ሰዎች ቁጥር 257 ሲሆን ከመረጃው ጋር ተያይዞ የቀረበው ቪዲዮ ሀሰተኛ እና በጎፋ ያለውን አደጋ የሚያሳይ አለመሆኑን አረጋግጠናል።
MFC የተለያዩ የሀቅ ማጣሪያ መንገዶችን በመጠቀም አጣርቶ የቪዲዮውን ትክክለኛ መረጃ አግኝቷል። በዚህም ቪዲዮው ለመጀመሪያ ጊዜ የተጋራው CNN News 18 በተባለው ከ7 ሚሊየን 800ሺ በላይ ሰብስክራይበር ባለው የህንድ የዜና አውታር ይፋዊ የዩቲውብ ገጽ ላይ ነው። (እዚህ ይመልከቱ)
በዚህም ቪዲዮው እ.ኤ.አ በ2022 በሰሜናዊ ምስራቅ ህንድ በምትገኘው ሜጋሊያ ግዛት የደረሰ የመሬት መንሸራተት አደጋን የሚያሳይ ነው።
በመሆኑም በደቡብ ኢትዮጵያ ክልል ጎፋ ዞን የደረሰውን የመሬት መንሸራተት አደጋ ከሚገልጽ መረጃ ጋር የተጋራውን ቪዲዮ MFC ሀሰት በማለት በይኖታል።
ሐምሌ 14 2016 ዓ/ም በክልሉ ጎፋ ዞን ገዜ ጎፋ ወረዳ ኬንቾ ሻቻ ጎዝዲ ቀበሌ በደረሰው የመሬት መንሸራተት አደጋ የተቀበሩ ሰዎችን ለማውጣት በማግስቱ ሐምሌ 15 2016 ዓ/ም በተሰባሰቡ የአካባቢው ነዋሪዎች ላይ ለሁለተኛ ጊዜ የመሬት መንሸራተት አደጋ ደርሶባቸዋል።
ይህ ጽሑፍ ለንባብ እስከበቃበት ጊዜ ድረስ ከ250 በላይ ሰዎች ህይወት በአደጋው ተቀጥፏል። የተባበሩት መንግስታት ድርጅት የሰብዓዊ ጉዳዮች ቢሮ ኦቻ (OCHA) በአደጋው የሞቱ ዜጎች ቁጥር እስከ 500 ሊደርስ እንደሚችል ጠቁሟል። (እዚህ ይመልከቱ)
የማህበራዊ ሚዲያ ተጠቃሚዎች የሚመለከቷቸው መረጃዎች ላይ ግበረመልስ ከመስጠታቸው እና ከማጋራታቸው አስቀድመው የመረጃውን እና ከመረጃው ጋር ተያይዘው የሚቀርቡ የምስል እና ቪዲዮ ማስረጃዎችን እንዲመረምሩ እንዲሁም ትክክለኛነታቸውን እንዲያረጋግጡ MFC ያበረታታል።
The post በቲክቶክ የተሰራጨው ቪዲዮ በጎፋ የደረሰውን አደጋ ያሳያል? appeared first on MultiFactCheck.
]]>